Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 12:28 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

28 ኤጋ አት ሎልቶተ ሀፈን ወልት ቀበዹቲ መጋለቲ መርሲ ቀበዹ። ዮ ከና አቺ አን መጋለቲ ነንፉዸዸ፤ እሼንስ መቃኮቲን ሞጋፈምት።”

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

28 Ani mandarattii qabadhee, ittiin maqaa akka hin godhannetti, amma ati loltoota warra hafan walitti qabi, mandarattiitti marsiitii ishee qabadhu!>> jedhee itti in hime.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

28 Egaa ati loltoota hafan walitti qabadhuutii magaalattii marsii qabadhu. Yoo kanaa achii ani magaalattii nan fudhadha; isheenis maqaa kootiin moggaafamti.”

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 12:28

Follow us:

Advertisements


Advertisements