Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 12:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ዋቀዮስ ናታንን ገረ ዳዊትት ኤርጌ። እንስ ገረ ዳዊት ዹፌ አከነ ጄዼ፤ “ነሞተ ለመቱ መጋላ ቶኮ ኬሰ ጅራተ ቱሬ፤ እን ቶኮ ሶሬሰ፣ ካንሞ ህዬሰ ቱሬ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Waaqayyo yommus Naataan raajicha gara Daawititti in erge; Naataanis dhaqee Daawitiin,<<Namoonni lama mandara tokko keessa turan; isaan keessaa inni tokko sooressa, inni kaan immoo hiyyeessa*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Waaqayyos Naataanin gara Daawititti erge. Innis gara Daawit dhufee akkana jedhe; “Namoota lamatu magaalaa tokko keessa jiraata ture; inni tokko sooressa, kaan immoo hiyyeessa ture.

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 12:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements