2 ሳሙኤል 10:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ኤርገሲስ ሞቲን አሞኖታ ንዱኤ፤ እልምሳ ሃኑንስ እዶሳ ቡኤ ሞቲ ተኤ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Takka turee mootiin Amoonotaa duunaan, Hanuun ilmi isaa mootii ta'ee iddoo isaa in bu'e*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Ergasiis mootiin Amoonotaa ni duʼe; ilmi isaa Haanuunis iddoo isaa buʼee mootii taʼe. See the chapter |