2 ሳሙኤል 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 “እንስ፣ ‘አት ኤኙ?’ ጄዼ ነ ጋፈቴ። “አንሞ፣ ‘አን ነመ አማሌቅ’ ጄዼን ዴብሴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Inni immoo,<<Ati eenyu?>> jedhee na gaafate; anis deebise,<<Ani nama Amaaleq>> nan jedhe; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 “Innis, ‘Ati eenyu?’ jedhee na gaafate. “Ani immoo, ‘Ani nama Amaaleq’ jedheen deebise. See the chapter |