Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ጉያ ሰደፋት ነምች ቶኮ ቁበተ ሳኦሊ ዹፌ፤ እንስ ወያሳ ተርሳሴ መታሳት አዋረ ፍርፍርፈቴ ቱሬ። ዮሙ ዳዊት ብረ ገኤትስ ኡልፍነ እሳፍ ኬኑፍ ጄዼ አዳን ለፈት ጎምብፈሜ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Guyyaa sadaffaa isaatti, namni tokko gadda irraa kan ka'e uffata isaa tarsaasee, awwaara mataatti firfirfatee iddoo buufata Saa'ol keessaa gara Daawit in dhufe; namichi yommuu dhi'aate, ulfina Daawitiif hamma lafa ga'utti in qoomma'e.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Guyyaa sadaffaatti namichi tokko qubata Saaʼolii dhufe; innis wayyaa isaa tarsaasee mataa isaatti awwaara firfirfatee ture. Yommuu Daawit bira gaʼettis ulfina isaaf kennuuf jedhee addaan lafatti gombifame.

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 1:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements