Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ወን ኩን አከስ ተኤ ጎፍታን አከምት አከ ወረ ዋቃፍ ቡለን ቆሩምሰ ኬሳ ባሱፊ አከ እት ወረ ጀልኣ ሀመ ጉያ ሙርቲት አደቢፍ ቱርሱ ቤከ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Egaa gooftichi, namoota Waaqayyoof bulan qorama keessaa baasuu, warra jal'oota immoo hamma guyyaa firdiitti adabaaf kaa'uu in beeka*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 wanni kun akkas taʼee Gooftaan akkamitti akka warra Waaqaaf bulan qorumsa keessaa baasuu fi akka itti warra jalʼaa hamma guyyaa murtiitti adabbiif tursu beeka.

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements