2 ጴጥሮስ 2:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ነምቸ ቀጄላ ጄቹንስ ሎጥ እሰ ጅሬኘ ጡራኣ ፍንጭልቶታቲን ዽጰቻ ቱሬ ሰነ ኤርገ በዲሰ ኦልቼ፣ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Loox nama qajeelaa, isa gad-dhiisatti jiraachuu warra jal'ootaatti yaadaan rakkachaa ture immoo in oolche*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 namicha qajeelaa jechuunis Looxi isa jireenya xuraaʼaa finciltootaatiin dhiphachaa ture sana erga badiisa oolchee, See the chapter |