Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 መጋላወን ሶዶሚፊ ጎሞራስ ሀመ እሳን ዳራ ተአንት ጉቡዻን እት ሙሬ፣ ፈኬኘ ዋን ወረ ዋቃፍ ህንቡሌት ዹፉፍ ጅሩ ኤርገ እሳን ጎዼ፣

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Inni mandaroota Sodoomii fi Gomoraatti faradee, ibiddaan balleessee daaraa gochuu isaatiin, warra Waaqayyo malee jiraatanitti wanta dhufuuf jiru fakkeenya isaanii irraa akka argan godheera*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 magaalaawwan Sodoomii fi Gomoraas hamma isaan daaraa taʼanitti gubuudhaan itti muree, fakkeenya waan warra Waaqaaf hin bulletti dhufuuf jiruu erga isaan godhee,

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements