Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ኡቱ አዱኛ ዱሪቲፍ ህንህልን ኖህ እሰ ቀጄሉማ ለለቡ ነሞተ ብራ ቶርበ ወጅን ኦልቼ ወረ ዋቀት ህንቡሌት ብሻን በዲሳ ኤርገ ፍዴ፣

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Bara biyya lafaa isa kan warra Waaqayyo malee jiraatanii, bishaan irra lolaases, Nohi isa qajeelina lallabu, namoota biraa torbaa wajjin oolche malee, biyya lafaa isa bara durii sana hin qusanne*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 utuu addunyaa duriitiif hin hilin Nohi isa qajeelummaa lallabu namoota biraa torba wajjin oolchee warra Waaqatti hin bulletti bishaan badiisaa erga fidee,

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:5

Follow us:

Advertisements


Advertisements