Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ዋቅን ዬሮ ኤርገሞትን ጩቡ ሆጄተንት ኡቱሳኒ ህንህልን አከ እሳን ጉያ ሙርቲቲፍ ቱርፈመኒፍ ፎንጫዻን ዱከነ ኬሰት ህዼ ገሃነምት ኤርገ እሳን ደርበቴ፣

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Waaqayyo ergamoota iyyuu warra cubbuu hojjetan gad darbatee, boolla dukkanaa keessatti funyoo sibiilaatiin hidhamanii guyyaa firdiitiif akka kaa'aman godhe malee, isaan hin qusanne*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Waaqni yeroo ergamoonni cubbuu hojjetanitti utuu isaanii hin hilin akka isaan guyyaa murtiitiif turfamaniif foncaadhaan dukkana keessatti hidhee gahaannamitti erga isaan darbatee,

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements