Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 በርሲስቶትን ኩኔን ዶቅኑማሳኒቲን ኦዱ ኦፉማን ኡመኒ ኦዴሰኒን እስን ቅሳሱ። ሙርቲን በረ ዼራን ዱረ እሳንት ሙረሜ ሱን አመሌ ሆጄቻ ጅረ፤ በዲስንሳኒስ ህንሙጉ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Sassata isaaniitiin immoo dubbii mataa keessaa fuudhanii odeessaniin isin irraa in nyaatu; firdiin bara duriitii jalqabee isaan irratti kenname hojjechuu hin dhiifne, badiisi isaaniis dhibaa'ee hin rafne*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Barsiistonni kunneen doqnummaa isaaniitiin oduu ofumaan uumanii odeessaniin isin qisaasu. Murtiin bara dheeraan dura isaanitti murame sun amma illee hojjechaa jira; badiisni isaaniis hin mugu.

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements