2 ጴጥሮስ 2:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 በለኣም ገሩ ሰበቢ ዶጎጎረሳቲፍ ሀሬን እሰ እፈቴ፤ ሆሪን ዱዳን አፋን ነማ ዱበቴ መራቱማ ራጂ ሰና እትፍቴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Garuu inni irra-daddarbaa isaatiif in ifatame; harreen dubbachuu hin dandeenye sagalee namaatiin dubbatee, maraatummaa raajichaa ittifteetti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Balaʼaam garuu sababii dogoggora isaatiif harreen isa ifatte; horiin duudaan afaan namaa dubbattee maraatummaa raajii sanaa ittifte. See the chapter |