2 ጴጥሮስ 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋቀት ቡሉረት ጃለለ ኦቦሉማ፣ ጃለለ ኦቦሉማረትሞ ጃለለ ዹጋ ደበለዻ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Nama Waaqayyoo ta'uu keessaan obboloota jaallachuu, obboloota jaallachuu keessaan nama hundumaa jaallachuu argisiisaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waaqatti buluu irratti jaalala obbolummaa, jaalala obbolummaa irratti immoo jaalala dhugaa dabaladhaa. See the chapter |