2 ቆሮንቶስ 3:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኤርገ ተጃጅል ሙርቲ ነመት ፍዱ ኡልፍነ ቀባቴ፣ ተጃጅል ቀጄሉማ ፍዱሞ ሀመም ጫላ ኡልፍነ ሃቀባቱሬ! See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Wanti firdii du'aaf hojjetu ulfina-qabeessa erga ta'ee, wanti qajeelaa nama gochuuf hojjetu immoo hammam caalaa ulfina-qabeessa haa ta'u ree*? See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Erga tajaajilli murtii namatti fidu ulfina qabaatee, tajaajilli qajeelummaa fidu immoo hammam caalaa ulfina haa qabaatu ree! See the chapter |