2 ቆሮንቶስ 3:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ኑ ዋን ቶኮሌ ኦፊኬኛን ሆጄቹፍ ደንዴቲ ቀብነ ጄኔ ምት፤ ደንዴቲንኬኘ ገሩ ዋቀራ ዹፈ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Nuyi ofii keenyaa wanti tokko illee nu biraa in ba'a jennee himachuu waan dandeenyu hin qabnu; hammi danda'aa keenyaa Waaqayyo biraa in ba'a*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Nu waan tokko illee ofii keenyaan hojjechuuf dandeettii qabna jennee miti; dandeettiin keenya garuu Waaqa irraa dhufa. See the chapter |