2 ቆሮንቶስ 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አን ዽጵነ ጉዳ፣ ያዶ ገራቲፊ እምማን ባይኤዻን እስኒ በሬሴቲ፤ ኩንስ ጃለል አን እስኒፍ ቀቡ ሀመም ጉዳ አከ ተኤ አከ ቤክተኒፍ መሌ እስን ገድሲሱፍ ምት። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Yaadni garaa koo guddaa utuu rakkatuu utuu dhiphatuus, imimmaan baay'ee lolaasaa isiniif caafuun koo, jaalala guddaa ani isiniif qabu sana akka beektaniif malee, isin gaddisiisuuf miti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ani dhiphina guddaa, yaaddoo garaatii fi imimmaan baayʼeedhaan isinii barreesseetii; kunis jaalalli ani isiniif qabu hammam guddaa akka taʼe akka beektaniif malee isin gaddisiisuuf miti. See the chapter |