2 ቆሮንቶስ 2:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ኑ እሰ ቶኮፍ ኡርጋ ዱኣት፤ እሰ ካኒፍሞ ኡርጋ ጅሬኛት። ኤጋ ኤኙቱ ዋን ከናፍ ገኣ ተአ? See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Warra karaa badiisaa irra jiraniif foolii du'aa isa nama ajjeesu, warra karaa fayyinaa irra jiraniif garuu foolii jireenyaa isa nama jiraachisuu dha; egaa eenyutu hojii akkasii kanaaf ta'a ree*? See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Nu isa tokkoof urgaa duʼaa ti; isa kaaniif immoo urgaa jireenyaa ti. Egaa eenyutu waan kanaaf gaʼaa taʼa? See the chapter |