2 ቆሮንቶስ 2:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ኑ ወረ ፈይፈማ ጅረኒፊ ወረ በዱት ጅረን ግዱት ዋቃፍ ኡርጋ ክርስቶስ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Nuyi, warra karaa fayyinaa irra jiranii fi warra karaa badiisaa irra jiraniifis foolii Kristos isa Waaqayyotti urgaa'uu dha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Nu warra fayyifamaa jiranii fi warra baduutti jiran gidduutti Waaqaaf urgaa Kiristoos. See the chapter |