Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 5:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ኑ ገሩ ዋን ወረ ጉያ ታኔፍ ኮታ አመንቲፊ ጃለለ አከ ቆሜ ስቢላት ኡፈትኔ፣ አብዲ ፈይናሞ አከ ጎንፎ ስቢላት ኬወትኔ ኦፍ ቀብና።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Nuyi garuu warra guyyaa erga taanee of in qabna, maddaa sibiilaa isa kan amantii fi jaalalaa in uffanna, abdii fayyinaas akka gonfoo sibiilaatti mataatti in kaa'anna*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Nu garuu waan warra guyyaa taaneef kottaa amantii fi jaalala akka qomee sibiilaatti uffannee, abdii fayyinaa immoo akka qoobii sibiilaatti kaaʼannee of qabnaa.

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 5:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements