1 ተሰሎኒቄ 5:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ሃለ ሁንዱማ ኬሰት ዋቀ ገለቴፈዻ፤ ፌዺን ዋቅን ክርስቶስ ዬሱስት እስኒፍ ቀቡ ከናቲ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Kristos Yesus kana gochuu keessan in fedha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Haala hundumaa keessatti Waaqa galateeffadhaa; fedhiin Waaqni Kiristoos Yesuusitti isiniif qabu kanaatii. See the chapter |