1 ተሰሎኒቄ 4:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ኩንስ አከ ኦርሞተ ዋቀ ህንቤክኔት ሀዊ ፎኒቲን ህንተእን፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Akka saba warra kaanii warra Waaqayyoon hin beeknetti kajeellaa dhagnaatti, hawwasaattis of hin kenninaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 kunis akka ormoota Waaqa hin beekneetti hawwii fooniitiin hin taʼin; See the chapter |