1 ተሰሎኒቄ 4:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ያ ኦቦሎተ፣ ኑ አከ እስን ዋኤ ወረ ረፈን ሰና ወላልተን ዮካን አከ ነሞተ አብዲ ህንቀብኔ ካኒት ገድተን ህንበርባድኑ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Obboloota nana! Akka namoota abdii hin qabnetti akka hin gaddinetti, waa'ee warra obbaafataniif abdii jiru akka beektan in barbaanna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Yaa obboloota, nu akka isin waaʼee warra rafan sanaa wallaaltan yookaan akka namoota abdii hin qabne kaaniitti gadditan hin barbaannu. See the chapter |