1 ተሰሎኒቄ 3:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ገመቹ ሰበቢኬሰኒን ፉለ ዋቀኬኛ ዱረት ቀብኑ ሁንዳፍ ዋኤኬሰኒፍ ሀመም ዋቀ ገለቴፈቹ ደንዴኘ? See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Nuyi fuula Waaqayyo keenyaa durattis gammachuu waa'ee keessaniif nutti dhaga'ame hundumaaf galata attamii Waaqayyoof dhi'eessuu dandeenya ree*? See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Gammachuu sababii keessaniin fuula Waaqa keenyaa duratti qabnu hundaaf waaʼee keessaniif hammam Waaqa galateeffachuu dandeenya? See the chapter |