1 ተሰሎኒቄ 3:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዬሮ እስን ብረ ቱሬት አከ ዽጵን ኑረ ገኡ እስንት ህማ ቱሬቲ። እንስ አኩመ እስን ቤክተን ሰነ ተኤ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Nuyi utuu isin bira jirruu rakkinni nu irra ga'uuf akka jiru duraan dursinee isinitti himneerra; akkasuma akka ta'es isin iyyuu in beektu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Yeroo isin bira turretti akka dhiphinni nurra gaʼu isinitti himaa turreetii. Innis akkuma isin beektan sana taʼe. See the chapter |