Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ያ ኦቦሎተ፣ እስን ደዸቢፊ ዽጵነኬኘ ንያደቱቲ፤ ኑ ዬሮ ወንጌለ ዋቃ እስኒ ለለብኔት ነመ ቶኮትሌ አከ በኣ ህንታኔፍ ሀልከኒ ጉያ ሆጄቻ ቱሬ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Obboloota nana! Hojiitti isiniif dadhabuu keenya in yaadattu; nuyi isin keessaa nama tokkotti illee ba'aa akka hin taanef halkanii fi guyyaa waan nu barbaachisuuf hojjechaa, wangeela Waaqayyoo isinitti lallabne*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Yaa obboloota, isin dadhabbii fi dhiphina keenya ni yaadattuutii; nu yeroo wangeela Waaqaa isinii lallabnetti nama tokkotti illee akka baʼaa hin taaneef halkanii guyyaa hojjechaa turre.

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 2:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements