Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ቆደ ከና ኑ አከ ወረ ዋቅን ወንጌለ እማና እት ኬኑፍ ቆረቴ ፉዸቴት ዱበትነ። ያሊንኬኘስ ዋቀ ገራኬኘ ቆሩ ሰነ ገመቺሱፍ መሌ ነመ ገመቺሱፊ ምት።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Akka isa Waaqayyo qoree nu ilaalee, wangeela hadaraa nutti kennetti in dubbanna; namoota utuu hin ta'in, Waaqayyoon isa garaa keenya qoree ilaalu gammachiisuudhaaf in dhamaana*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Qooda kanaa nu akka warra Waaqni wangeela imaanaa itti kennuuf qoratee fudhateetti dubbanna. Yaaliin keenyas Waaqa garaa keenya qoru sana gammachiisuuf malee nama gammachiisuuf miti.

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 2:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements