Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 2:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ይሁዶትን ኩኔን ወረ ጎፍታ ዬሱሲፊ ራጆተ አጄሰኒ ኑሌ አርአተኒዸ። እሳን ዋቀ ህንገመቺሰን፤ ነመ ሁንደትስ ዲነ ተኡ፤

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Warri Yihudootaa goofticha Yesusin, raajotas in ajjeesan nus in ari'atan; Waaqayyoon hin gammachiisan nama hundumaa wajjinis waliif hin galan*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Yihuudoonni kunneen warra Gooftaa Yesuusii fi raajota ajjeesanii nu illee ariʼatanii dha. Isaan Waaqa hin gammachiisan; nama hundattis diina taʼu;

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 2:15

Follow us:

Advertisements


Advertisements