Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 2:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 እስን አከ ኑ አኩመ አባን እጆሌሳ ጎርሴ ጀጀቤሱት ቶኮ ቶኮኬሰኒፍ ታኔ ንቤክቱቲ፤

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Nus tokkon tokkon keessan akka abbaan itti ijoollee isaa ilaalutti isin ilaaluu keenya gaarii gootanii in beektu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Isin akka nu akkuma abbaan ijoollee isaa gorsee jajjabeessutti tokkoo tokkoo keessaniif taane ni beektuutii;

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 2:11

Follow us:

Advertisements


Advertisements