1 ተሰሎኒቄ 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ኑ ከዸትናኬኘ ኬሰት መቃኬሰን ዾፍኔ ዬሮ ሁንደ ዋኤ ሁንደኬሰኒቲፍ ዋቀ ንገለቴፈትነ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Nuyi kadhata keenya keessatti maqaa keessan dhoofnee, yeroo hundumaa waa'ee hunduma keessaniif Waaqayyoon in galateeffanna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Nu kadhannaa keenya keessatti maqaa keessan dhoofnee yeroo hunda waaʼee hunda keessaniitiif Waaqa ni galateeffanna. See the chapter |