Online Bible

- Advertisements -




1 ሳሙኤል 3:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ዋቀዮ ዬሮ ሰደፋዻፍ ሳሙኤልን ንዋሜ፤ ሳሙኤልስ ከኤ ገረ ኤሊ ዸቄ፣ “አት ዋን ነ ዋምቴፍ አን ኩኖ ዹፌረ” ጄዼ። ኤሊን ዬሮ ከነ አከ ዋቀዮ ሙጭቸ ዋማ ቱሬ ሁበቴ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Waaqayyo ammas si'a sadaffaa Saamu'elin in waame; inni ka'ee gara Elii dhaqee,<<Kunoo, asan jira, maal jette?>> jedhe; Waaqayyo mucicha akka waame Eliin kana irratti hubatee,

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Waaqayyo yeroo sadaffaadhaaf Saamuʼeelin ni waame; Saamuʼeelis kaʼee gara Eelii dhaqe, “Ati waan na waamteef ani kunoo dhufeera” jedhe. Eliin yeroo kana akka Waaqayyo mucicha waamaa ture hubate.

See the chapter Copy




1 ሳሙኤል 3:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements