1 ሳሙኤል 3:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዋቀዮስ ሳሙኤልን ንዋሜ። ሳሙኤልስ፣ “አን አስን ጅረ” ጄዼ ዴብሴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Waaqayyo yommus Saamu'elin in waame; Saamu'elis,<<Kunoo, asan jira>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Waaqayyos Saamuʼeelin ni waame. Saamuʼeelis, “Ani asin jira” jedhee deebise. See the chapter |