1 ሳሙኤል 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እን ሚለ ቁልቁሎተሳ ንኤገ፤ ነሞትን ሀሞን ገሩ ዱከነ ኬሰት ጨልእሱ። “ነምን ጀብነሳቲን ህንሞአቱ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo miilla namoota isaaf of kennanii in eega; warri jal'oonni garuu dukkana keessa in balleeffamu; namni humna isaatiin mo'icha hin argatu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Inni miilla qulqulloota isaa ni eega; namoonni hamoon garuu dukkana keessatti calʼisu. “Namni jabina isaatiin hin moʼatu; See the chapter |