1 ሳሙኤል 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 “እዳወን ነሞተ ጀጀቦ ጨጨበኒሩ፤ ነሞትን ደዸቦን ገሩ ሁምነ ህዸተኒሩ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Iddaan warra jajjaboo in caba, warri dadhaboonni garuu humna isaan jabeessu in hidhatu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 “Iddaawwan namoota jajjaboo caccabaniiru; namoonni dadhaboon garuu humna hidhataniiru. See the chapter |