Online Bible

- Advertisements -




1 ሳሙኤል 2:34 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

34 “ ‘ወን እልማንኬ ለማን ሆፍኒኒፊ ፊኔሃስት ዹፉ ሲፍ መለቶ ተአ፤ እሳን ለቸኑ ጉዩመ ቶኮት ዹሙ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

34 Kanaafis ilmaan kee lamaan Hofnii fi Fiinehaas guyyaa tokkotti in du'u; kunis milikkita siif in ta'a*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

34 “ ‘Wanni ilmaan kee lamaan Hofniinii fi Fiinehaasitti dhufu siif mallattoo taʼa; isaan lachanuu guyyuma tokkotti dhumu.

See the chapter Copy




1 ሳሙኤል 2:34

Follow us:

Advertisements


Advertisements