1 ሳሙኤል 2:31 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 አከ ማቲኬ ኬሰት ጃርስ ህንአርገምኔፍ፣ ዬሮን አን እት ጀብነኬቲፊ ጀብነ ማቲ አባኬቲ ጨብሱ ቶኮ ንዹፈ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Kunoo, sanyii kee fi sanyii abbaa keetii keessaa jaarsi akka hin argamneef, yeroon ani itti ol adeemaa kee hundumaa karaatti hambisu in dhufa*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 Akka maatii kee keessatti jaarsi hin argamneef, yeroon ani itti jabina keetii fi jabina maatii abbaa keetii cabsu tokko ni dhufa; See the chapter |