1 ሳሙኤል 2:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ለክሳ ያ እልማንኮ፤ ኦዱን ሰበ ዋቀዮ ኬሰ ፈጨኤ አን ዸገኡ ኩን ጋሪ ምት። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Yaa ijoollee ko! Waa'ee saba Waaqayyoo karaa irraa kaachisuu keessanii kanan dhaga'u kun gaarii miti; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Lakkisaa yaa ilmaan koo; oduun saba Waaqayyoo keessa facaʼee ani dhagaʼu kun gaarii miti. See the chapter |