1 ቆሮንቶስ 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ተኡዩ አኩመ፣ “ዋን ዋቅን ወረ እሰ ጃለተኒፍ ቆጴሴ እጅ ህንአርግኔ፣ ጉር ህንዸጌኜ፣ ገራ ነማትስ ህንያደምኔ” ጄዸሜ በሬፈሜ ሰነ፣ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Caaffata qulqullaa'oo keessatti, ?Waan Waaqayyo warra isa jaallataniif qopheesse, ijji namaa hin argine, gurri namaa hin dhageenye, yaadni namaas bira hin geenye? in jedha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Taʼu iyyuu akkuma, “Waan Waaqni warra isa jaallataniif qopheesse iji hin argine, gurri hin dhageenye, garaa namaattis hin yaadamne” jedhamee barreeffame sana, See the chapter |