Online Bible

- Advertisements -




1 ቆሮንቶስ 2:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ገሩ ኑ ኦጉማ ዋቃ፣ ኦጉማ ዾክፈሜ ቱሬ፣ እሰ ዋቅን ኡመመ አዱኛቲን ዱረ ኡልፍነኬኛፍ ጄዼ ሙርቴሴ ሰና እጪቲዻን ዱበትነ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Nuyi dubbii dhoksaa ogummaa Waaqayyoo isa hin beekamin ture sana dubbanna; Waaqayyo ulfina isaa irraa akka hirmaannuuf uumamuu biyya lafaa dura ogummaa sana yaadee qopheesse*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Garuu nu ogummaa Waaqaa, ogummaa dhokfamee ture, isa Waaqni uumama addunyaatiin dura ulfina keenyaaf jedhee murteesse sanaa icciitiidhaan dubbanna.

See the chapter Copy




1 ቆሮንቶስ 2:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements