1 ቆሮንቶስ 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ኤርጋንኮፊ ለለብንኮ ሀፉራፊ ሁምነ አርግሲሱዻን መሌ ዱቢ ኦጉማፊ ሶሶቢ ኦፍ ኬሳ ቀቡን ህንቱሬ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Dubbiin afaan koo, lallabni koos humnii fi hafuurri Waaqayyoo akka na keessa jiru argisiise malee, dubbii ogummaa namaa keessaa ba'een amansiise miti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ergaan koo fi lallabni koo Hafuuraa fi humna argisiisuudhaan malee dubbii ogummaa fi sossobbii of keessaa qabuun hin turre; See the chapter |