Uumama 2:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo gooftaan mukkeetii ija namaa hawwatan garaa garaa, iji isaaniis nyaataaf ba'eessa ta'an lafa keessaa in biqilche; mukti ija isaa nyaatanii jireenya namaaf kennu, mukti hamaa fi gaarii ittiin beekanis iddoo dhaabaa sana walakkaa turan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Waaqayyo Waaqni mukkeen gosa hundaa lafa keessaa biqilche; inni mukkeen ija namaatti tolanii fi nyaataafis gaarii taʼan biqilche. Iddoo biqiltuu sana keessas muka jireenyaatii fi muka waan gaarii fi waan hamaa nama beeksisutu ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዋቀዮ ዋቅን ሙኬን ጎሰ ሁንዳ ለፈ ኬሳ ብቅልቼ፤ እን ሙኬን እጀ ነማት ቶለኒፊ ኛታፍስ ጋሪ ተአን ብቅልቼ። እዶ ብቅልቱ ሰነ ኬሰስ ሙከ ጅሬኛቲፊ ሙከ ዋን ጋሪፊ ዋን ሀማ ነመ ቤክስሱቱ ቱሬ። See the chapter |