Uumama 2:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Waaqayyo gooftaan biyyoo lafaattii nama tolche, hafuura jireenya itti godhu funyaan isaatti in baafate; akkasitti namni uumama lubbuu qabaatee jiraatu ta'e*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waaqayyo Waaqni biyyoo lafaa irraa nama tolche; hafuura jireenyaas funyaan isaatti baafate; namnis uumama jiraataa taʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋቀዮ ዋቅን ብዮ ለፋራ ነመ ቶልቼ፤ ሀፉረ ጅሬኛስ ፉኛንሳት ባፈቴ፤ ነምንስ ኡመመ ጅራታ ተኤ። See the chapter |