Online Bible

- Advertisements -




Uumama 2:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 namni laficha irratti hojii hojjetu waan hin turiniif, Waaqayyo gooftaan amma illee bokkaa hin roobsifne, huuxxiin bakkeetti argamu lafa irra hin turre, biqiltuun maasii keessaas hin biqille.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Sababii Waaqayyo Waaqni bokkaa hin roobsiniif, namni lafa qotus waan hin jiraatiniif margi tokko iyyuu lafa irratti hin mulʼanne; biqiltuunis lafa qotiisaa irratti hin biqille ture.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ሰበቢ ዋቀዮ ዋቅን ቦካ ህንሮብስኒፍ፣ ነምን ለፈ ቆቱስ ዋን ህንጅራትኒፍ መርግ ቶኮዩ ለፈረት ህንሙልአትኔ፤ ብቅልቱንስ ለፈ ቆቲሳረት ህንብቅሌ ቱሬ።

See the chapter Copy




Uumama 2:5

Follow us:

Advertisements


Advertisements