Uumama 2:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Namichii fi haati manaa isaa qullaa isaanii turan, lamaanuun isaanii garuu wal hin saalfatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Namichii fi niitiin isaa qullaa isaanii turan; garuu wal hin qaanaʼan ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 ነምቺፊ ኒቲንሳ ቁላሳኒ ቱረን፤ ገሩ ወል ህንቃነአን ቱሬ። See the chapter |