Uumama 2:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Namichis,<<Amma reefuu ta'e; isheen kun lafeen ishee lafee koo keessaa, foon ishees foon koo irraa fuudhame; isheen kun namattii waan argamteef, <<Namee>> jedhamtee haa waamamtu!>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Namichis akkana jedhe; “Egaa lafeen kun lafee lafee kootii ti; foon kunis foon foon kootii ti; isheen waan dhiira irraa argamteef ‘dubartii’ jedhamti.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ነምችስ አከነ ጄዼ፤ “ኤጋ ለፌን ኩን ለፌ ለፌኮቲት፤ ፎን ኩንስ ፎን ፎንኮቲት፤ እሼን ዋን ዺረራ አርገምቴፍ ‘ዱበርቲ’ ጄዸምት።” See the chapter |