Uumama 2:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Waaqayyo gooftaan lafee cinaachaa isa namicha keessaa fuudhe sana irraa dubartii tolchee namichatti in geesse. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Waaqayyo Waaqni lafee cinaachaa kan namicha keessaa fuudhe sana irraa dubartii tolchee gara namichaatti geesse. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ዋቀዮ ዋቅን ለፌ ጭናቻ ከን ነምቸ ኬሳ ፉዼ ሰነራ ዱበርቲ ቶልቼ ገረ ነምቻት ጌሴ። See the chapter |