Uumama 2:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Waaqayyo gooftaan namichi rafee akka of wallaalu godhe; utuu namichi rafuu lafee cinaacha isaa keessaa tokko fuudhee iddoo isaatti foon in guute. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Kanaafis Waaqayyo Waaqni akka namichi hirribaan of wallaalu godhe; utuma inni rafaa jiruu lafee cinaacha isaa keessaa tokko fuudhee iddoo sana fooniin duuche. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ከናፍስ ዋቀዮ ዋቅን አከ ነምች ህርባን ኦፍ ወላሉ ጎዼ፤ ኡቱመ እን ረፋ ጅሩ ለፌ ጭናቸሳ ኬሳ ቶኮ ፉዼ እዶ ሰነ ፎኒን ዱቼ። See the chapter |