Uumama 2:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Namichis horii qe'ee hundumaaf, warra qilleensa keessa balali'aniif, bineensa bakkee hundumaafis maqaa in baase; namichaaf garuu kan akka isaatii, kan isa gargaartu hin argamne. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Namichi sunis horii qeʼee hundaaf, simbirroota samii hundaaf, bineensa hundaaf maqaa baase. Addaamiif garuu gargaartuun isatti toltu hin argamne. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ነምች ሱንስ ሆሪ ቄኤ ሁንዳፍ፣ ስምብሮተ ሰሚ ሁንዳፍ፣ ብኔንሰ ሁንዳፍ መቃ ባሴ። አዳሚፍ ገሩ ገርጋርቱን እሰት ቶልቱ ህንአርገምኔ። See the chapter |