Uumama 2:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo guyyaa torbaffaa dura hojii isaa isa hojjechaa ture in raawwate; guyyaa torbaffaattis Waaqayyo waan hojjechaa ture hundumaattii in boqote*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Waaqni hojii hojjechaa ture hunda guyyaa torbaffaatti fixe; kanaafuu inni guyyaa torbaffaatti hojii isaa hundumaa irraa boqote. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዋቅን ሆጂ ሆጄቻ ቱሬ ሁንደ ጉያ ቶርበፋት ፍጤ፤ ከናፉ እን ጉያ ቶርበፋት ሆጂሳ ሁንዱማራ ቦቆቴ። See the chapter |