Uumama 2:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Ergasii Waaqayyo gooftaan,<<Namichi kophaa isaa ta'uun gaarii miti; kan akka isaatii kan isa gargaartu, ani isaaf nan tolcha>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Waaqayyo Waaqni, “Namni kophaa isaa taʼuun gaarii miti; gargaartuu isatti toltu nan tolchaaf” jedhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ዋቀዮ ዋቅን፣ “ነምን ኮጳሳ ተኡን ጋሪ ምት፤ ገርጋርቱ እሰት ቶልቱ ነንቶልቻፍ” ጄዼ። See the chapter |