Online Bible

- Advertisements -




Uumama 2:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Maqaan laga isa sadaffaas Xegros, inni immoo fuullee mandara Asor gara ba'a-biiftuutiin in yaa'a; lagni inni afuraffaan immoo Efraaxiis jedhama.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Maqaan laga sadaffaa Xegroosi; innis karaa baʼa biiftuutiin Asoor cina yaaʼa. Lagni afuraffaan immoo Efraaxiis jedhama.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 መቃን ለገ ሰደፋ ጤግሮስ፤ እንስ ከራ በአ ቢፍቱቲን አሶር ጭነ ያአ። ለግን አፉረፋንሞ ኤፍራጢስ ጄዸመ።

See the chapter Copy




Uumama 2:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements